Kaayyoo:


Waabiin deebii hatattamaa balaa tasaa ‘COVID-19’ irratti HEFtiif qophaae kun Qabxiilee Gurguddoo armaan gadii of-keessatti qabata:

Kanatti dabalataan ragaa bu’uuraa dhibee ‘COVID-19’ kan hiiku, HEF ofii isaanii akkamitti dhibee Koronaa irraa akka itti of-eegan kan ibsu; loogii fi qoolleffannaa ittisuu ilaalchisee Hojjetoota Ekisteenshinii Fayyaatiif akka waabiitti akka gargaaruuf qophaa’e.