Waabichi Kutaalee Gurguddoo armaan gadii qaba:


  1. Odeeffannoo bu’uuraa dhibee ‘COVID-19):
    Kutaa Odeeffannoo bu’uuraa dhibee ‘COVID-19) ogeessotni Ekisteenshinii Fayyaa beekuu qaban, akkamitti dhiee Koronaa irraa akka itti of-eeguu qabnu, gahee hojii fi itti gaafatamummaa ogeessota ekisteenshinii fayyaa fi dursitoota garee misoomaa kan agarsiisuu dha.

  2. Odeeffannoo Talaallii Koronaa:
    Kutaa odeeffannoo bu’uuraa talaallii dhibee Koronaa ogeessotni ekisteenshinii Fayyaa beekuu qabanii fi gahee ogeessotni ekisteenshinii fayyaa adeemsa talaallii kana waliin ga’uu keessatti qaban kan agarsiisuu dha.

  3. Odeeffannoo tajaajila yaala bu’uuraa dhibee Koronaa:
    Kutaa ogeessotni ekisteenshinii fayyaa Qorannoo, adda baasuu, walitti dabarsa dhukkustaa fi tajaajila yaala bu’uuraan walqabatee beekuu qaban akkasumas ogeessotni ekisteenshinii Fayyaa kaan wal-qaatee itti gaafatamummaa isaan qaban kan agarsiisuu dha.

  4. Sakatta’iinsa mana-manaa bakkee hojii fi Dhaabilee adda addaa:
    Ogeessotni ekisteenshinii Fayyaa yeroo sakatta’iinsa mana-manaa, bakkee hojii fi Dhaabbilee adda addaa gaggeessan kutaa waabiidhaaf itti fayyadaman kan qabatee dha.


Qabiyyee:


  1. Odeeffannoo bu’uuraa Dhibee Koronaa:
  2. Gahee Ogeessota Ekisteenshinii Fayyaa Ittisaa fi to’annoo dhibee Koronaa keessatti
  3. Dhibee ‘COVID-19’ irraa of-eeguu
  4. Odeeffannoo Talaallii Koronaa
  5. Kenniinsa tajaajila adda baasuu fi Kunuunsa/Hordoffii sadarkaa manaa  
  6. Odeeffannoo sirna Nyaataa Dhibee Koronaa
  7. Tajaajila Fayyaa bu’uuraa itti fufsiisuu
  8. Loogii fi Qoolleffannaa Ittisuu
  9. Sakatta’iinsaa fi adda baasuu dhukkubbii qaamolee argansuu mana-manaa
  10. Sakatta’iinsa iddoo hojii fi Dhaabbilee