‘COVID-19’ Maaliidha?
- COVID-19’ dhibee qaama argansuu irratti dhukkubbii ulfaataadhaa hanga salphaa geessisuu danda’uudha.
- Dhibeen kun Mallattoolee akka dhibee utaalloo wajjin wal-fakkaatu argisiisee ofuma isaatiin baduu kan danda’u ykn ammaatee akka dhibee michii sombaa (pneumonia), dhukkubbii ulfaataa qaamolee argansuu, akkasumas hojii qaamolee kan biroo gufachiisuun du’a geessisuu kan danda’uudha.
- ‘COVID-19’ Umurii, Saala, Sanyii fi bifaan osoo addaan hinqoodiin dhibee namoota baay’ee ariitiidhaan miidhuudha.