Ragaalee bu’uuraa dhibee COVID-19
- Mallattoolee Gurguddoo Dhibee Koronaa:
- Qufaa
- Hoo’ina Qaamaa
- Fuunfachuu fi dhandhama adda baafachuun dadhabuu
- Miira dadhabbii gar-malee ulfaataa
- Argansuun addan ciccituu/Hafuura baafachuu dadhabuu
- Dhukkubbii Qoonqoo
- Mataa Bowwuu
- Dhukkubbii Maashaalee
- Namootni mallattoon dhibee Koronaa osoo irratti hinmul’atiin dhiicha namootatti daddabarsuu danda’u
