Saaxilamoota dhibeen kun caalmaa itti ammaatu
- Jaarolee (umuriin isaanii waggaa 60 ol ta’e)
- Dhukkuboota daddarboo hinta’iin kan akka dhiibbaa dhiigaa, dhibee shukkarraa, Kaanserii, aasmaa fi KKF namoota qaban irratti ammaata
- Namoota sababoota adda addaatiin humni ittisa dhibee qaama isaanii dadhabe
