Karaa dhibeen kun ittiin Daddarbu
Illustration showing method of transmission (by droplet)

- yeroo haxxifatan, guddisanii yeroo haasawan, yeroo qufa’an jiidhi hafuura waliin ba’u afaanii fi funyaanni nama nagaa keessa yeroo seenu
Illustration showing method of transmission (by touching contaminated materials)

- wal-tutuqqii godhamu fkn: harka wal-qabuu, wal-haammachuu, wal-dhungachuu akkasumas meeshaalee vaayiresichaan faalame tutuquun
Infographic on transmission by direct contact unwashed hands

- Harka Qulqullina hinqabneen Ija, Afaanii fi Funyaan tuttuquudhaan