Daandiiwwan ittiin dhibee Koronaa Of-irraa ittisan
Illustration showing how a person is protected from COVID-19 . Stay safe, practice preventive methods

- Dhiqachuu: harka saamunaa/daaraan daddafanii sirnaan dhiqachuu ykn waan ittiin harka ofii qulleeffatan kan alkoolii qauun harka sukkuumachuu
- Haguuggii፡ haguuggii afaanii fi funyaanii/maaskii godhachuun, yeroo haxxifatanii fi qufaa’an afaanii fi funyaan ciqilee dachaafatanii/sooftiin haguuggachuu. Sooftii itti fayyadaman sirnaan qodaa qadaaddii qabu keessatti sirnaan gatuu, erbee harkaa tti fayyadamne saamunaa fi bishaaniin irra deddeebi’anii miicuu
- Mana keessa turuu፡ gadi ba’uun baay’ee barbaachisaa yoo ta’e irraa kan hafe, mana keessa turuu, yoo gadi ba’an ofeeggannoo barbaachisaa ta’e gochuu, bakkee namoonni baay’een itti walitti qabaman ga’uu dhiisuu