Daandiiwwan ittiin dhibee Koronaa of-irraa ittisan:
Illustration showing HEW doing house to house visit

- Namoota biyya dhibeen kun itti babal’atee dhufan guyyaa 7f mana keessa adda of-baasanii akka turan gochuu
- Faana dhawiinsaa fi sakatta’iinsa dhibee qaama argansuu gaggeessuu
Illustration showing HEW teaching community on cleaning surfaces by diluted chlorine solution

- Iddoowan tuttuqiin itti baay’atu kemiikaala farra-jeermii (kilooriinii qabuun)n qulqulleessuu
- Qorannoo Laaboraatoorii
Illustration showing Home based care

- Namoota Vaayireesichi keessatti argameef yaalii sir kennuuii
- Dhibamtoota Koronaa waliin tuttuqii fi walitti dhufeenya kan qaban adda baasuu fi qorannoo laaboraatoorii gochuufii
- Hasaasa/jette-jettee/ dhaggeeffachuu, mirkaneessuu, xiinxaluu, tarkaanfii barbaachisu fudhachuu fi hordofuu