Illustration showing HEW teaching the community

- Ijaaramoota Hawaasa keessa jiraniif Maalummaa, karaa daddarbiinsa, maloota ittisa fi to’annoo dhibee Koronaa hubachiisuu
- Hawaasa keessaa namoota bebbeekamoo dhiibbaa uumuu danda’an akkasumas namoota dhibee kanaan qabaman adda baasuun hojii ittisa dhibee Koronaa irratti hirmaaachisuu
Illustration showing HEW mapping the community high risk areas

- Bakkee fi yeroo itti namoonni baay’inaan walitti qabaman adda baasuun bifa daddarbiinsa dhibee kanaa ittisuuf ta’uun akka ta’u barsiisuu
- Faana dhawiinsaa fi sakatta’iinsa Dhukkubbii qaama argansuu manaa-manaa Hawaasa irratti xiyyeeffate gaggeessuu
- Odeeffannoo dogongoraa waa’ee dhibee Koronaa Hawaasa keessatti aasa’amu/tatamsa’u hordofuun ragaa sirrii kennuun sirreessuu
Illustration showing referral to health center/ sending to laboratory investigation - Referral to rapid response team

- Yaadota ykn odeeffannoo Hawaasni kennu adda baasuun garee kenniinsa deebii hatattamaa ykn Aanaa beeksisuu
- Hojiilee Qophii dursaa fi deebii hatattamaa sadarkaa maatiitti