Dirqamootaa erga Awwaalcha Gaggeessaniin booda jiraatan:
Illustration showing prevention method after funeral ceremony (hand washing at the tent and people wearing masks

- Awwaalchaan booda dunkaana keessa gadda taa’uu, mana keessas ta’e iddoo dhimma kanaaf qophaa’etti sirni ta’u namni gaddi itti galee fi miseensi maatii namni du’a ga’u nama 50 osoo hincaaliinii fi fageenya tarkaanfii nama guddaa 2 eeggachuun osoo wal-hituttuqiiniifi haguuggii afaanii fi funyaaniis akka godhatan barsiisuu
Illustration showing eating separately rather than together - Separate utilization of equipment after funeral ceremony

- Yeroo boo’ichaa fi Awwaalcha booda namoota kan biroo waliin kan wal-nama tuttuqsiisu ykn bifa wal-nama tuttuqsiisuun nyaachuu, ykn qodaalee namoota kan biroon tuttuqamanii fi hindhiqamnetti akka hin nyaanne barsiisuu
- Namni du’a ga’uu dhufe kamuu osoo gara mana du’a ga’iitti hinseeniinii fi yeroo gadi ba’u harka isaa saamunaa fi bishaaniin dhiqachuu ykn saanitaayizeriin qulqulleeffachuuf dirqama akka qabu barsiisuu