Ofeeggnnoo yeroo cidhi adda-addaa jiru godhamuu qabu:
Illustration showing people dancing at wedding with masks on and physical distancing

- Mana keessaa ala iddoo qilleensi gaariin jirutti qopheessuu
- Tarkaanfii nama guddaa lama walirraa fagaatanii taa’u
- Qulqullina harkaa eeggachuu
- Haguuggii afaanii fi funyaanii/maaskii/ fayyadamuu
Illustration showing family members only celebrating birthdays

- Miseensa maatii ala namni hirmaattu kan biroon argamu hinqabu (akka Qajeelfam 803tti)
- Yeroo waliin turtii gabaabsuu
- Yeroo nagiyaa wal-gaafatan tuttuqqii qaama dhiisuu