Ofeeggannoo Iddoowwan gabaatti godhaman:
- Iddoo gabaa dhiyeenyatti akka filanootti jiran fayyadamuu
- Guyyootaa fi iddoowwan gabaa dabaluu
- Tarkaanfii nama guddaa lama walirraa fagaatanii taa’u
Illustration on practice of prevention method at market places

- Qulqullina harkaa eeggachuu
- Haguuggii afaanii fi funyaanii/maaskii/ fayyadamuu
- Dhiphachuu hir’isuu
- Yeroo waliin turtii gabaabsuu
- Tuttuqqii meeshaalee fi qarshii waliin qavnu hir’isuu fi erga walitti gurgurree fi binneen booda harka keenya bishaanii fi samunaan dhiqachuu
- Yeroo nagiyaa wal-gaafatan tuttuqqii qaama dhiisuu