Tarkaanfiilee ofeeggannoo iddoo hojiitti yeroo hunda godhamu
Illustration showing Health Extension worker (HEW) practicing COVID-19 prevention at work

- Fageenya eeggachuu
- Namoota irraa tarkaanfii lama/meetira lama fagaachuu
- Maaskii godhachuu
- Yeroo hunda Afaanii fi Funyaan Maaskiin haguuggachuu
- Harka dhiqachuu
- Saamunaa fi bishaaniin harka daddafanii sekoondii 40 – 60 dhiqachuu. Ykn kemiikaala harka qulqulleeffannaa alkoolii qa buun harka qulqulleeffachuu
- Balfa Sirnaan dhabamsiisuu
- Meeshaalee fi idoowwan deddeebiin tuttuqaman kemiikaala farra jeermiitiin qulqulleessuu
- Sosochiin qilleensa haala gaariin akka jiraatu gochuu
