Ofeeggannoo erga hojii xumuraniin booda godhamuu qaban
Infographics showing prevention practice after work

- Gara manaatti galuun dura harka ofii bishaanii fi saamunaa/daaraa ykn saanitaayizeriin qulqulleeffachuu
- Yeroo gara manaatti deebiāan uffata fi caammaa ofii eeggannaa jijjiirrachuu, miicuu fi bakkeetti qoorsuu
- Uffataa fi Caammaa erga jijjiirrataniin booda harka saamunaa/daaraan sirnaan dhiqachuu