Yeroo talaallii fi talaalliin booda tarkaanfiilee fudhatamuu qaban:
Illustration showing very sick person lying on the bed at health post with Health extension worker by his side calling phone for referral

- Namni tokko mallatoolee dabalataa armaan olitti eeramaniin ala mallattoolee kan biroon yoo irratti mul’atan dhaabbilee fayyaa naannoo isaatti argamutti ergamu qaba.
- Kutaa talaalliin keessatti kennamu kutaa qilleensi haala gaariin keessa naanna’u ta’uu qaba
Illustration showing HEW administering COVID-19 vaccine on the left arm holding the 3ml syringe at 90 degree while the client is holding a unique COVID-19 vaccine card, wearing a face mask and other clients maintaining 2 meter physical distance .

- Daandiiwwan ittisaa armaan gadiitti eeraman itti fufsiisuu qabu
- Haguuggii Afaanii fi Funyaanii godhachuu
- Harka Saamunaa/Daaraan dhiqachuu
- Fageeya qaama meetira 2 eeggachuu