Yaala bu’uuraa dhibee Koronaa
Illustration showing HEW Providing a paracetamol tablet with water for a relatively well looking patient

- Sadarkaa dhibee dhukkusataan Koronaa irra jiru adda baasuu
- Mallattoo kan hinqabne fi Mallattoo salphaa kan qabu akkasumas dhibee dabalataa beekamaa ta’e kan hinqabne hordoffii Manatti hagodhatu
- Dhukkubsataan Mallattoo salphaa ta’ee fi dhibee michii sombaa qabu osoo mana keessatti yaala hinargatiin dhaabbata fayyaa naannoo isaa jirutti qorannoo fi yaala argachuu qaba.
- Hojjetootni Ekisteenshinii Fayyaa nama dhaabbata fayyaatti fooyya’e akkasumas nama kunuunsa fi hordoffii sadarkaa manaatti adda a’ee kennamu irra jiruuf hordoffii gochuutu isaanirraa jiraata.
- Mallatoolee Dhukkubsataan dhibee Koronaa argisiisuuf qoricha kennuu barbaachisa.
- Ho’ina qaama fi qaama nyaataa nama qavuuf parastaamoolii kennuun barbaachisaa dha.
- Namoota miira dadhabbii qabaniif gluukosii %40 kennuu
- Dhukkubsataa Yaala manaarra jiru nyaataa fi dhangala’aa ga’aa akka fudhatu, sochii qaama salphaa akka godhuuf deggersa barbaachisaa gochuu