Yeroo addaa baasuu fi kunuunsuu/hordoffii sadarkaa manaatti barnoota ofeeggannoo kennamu qaban:
HEW wearing glove showing a patient attendant at home to put bed sheets inside a plastic bag without (“maragef”) surrounding showing a medical mask, bin, separate dish and cup

- Miseensota maati fi warra kunuunsa kennan waliin wal-tuttuqqii kamiinuu dhabamsiisuu
- Yoo xiqqaate mana keessatti Guyyaa kudhaniif adda of-baasanii turuu
- Bakka qilleensi haala gaariin nanaanna’u turuu
- Haguuggii Afaanii fi Funyaanii /Maaskii/ haala gaariin fayyadamuu, yeroo hunda Maaskii erga fayyadmaniin booda seeraan dhabamsiisuu akkasumas yeroo jiidhu/tarsa’u/ dafanii haaraan jijjiiruu
- Bharka bishaanii fi saamunaa/daaraan/ yeroo hunda dhiqachuu ykn dhangala’aa farra jeermii alkoolii qabuun fayyadamuu
- Qodaa nyaataa fi dhugaatii adda baasuu, Saamunaa/daaraa fi bishaan, dhangala’aa makaa barakiinaa qabuun (barakiinaa harka 1 fi bishaan harka 9) qulqulleessuu
- Ambaa nyaataa nama dhukkubsate irraa hafanii fi balfaawwan kan biroo sirnaan dhabamsiisuu
Illustration showing severe signs of COVID-19, i.e a man/woman coughing in pain with bluish discolored lips with his hand on his chest showing pain/ Shortness of breath

- Mallatoolee hammaatoo dhibee Koronaa tajaajila yaalaa ariifachiisaa barbaadan yeroo hunda akka hordofan barsiisuu (qufaan ammaachuu, waraansa laphee, ho’I qaama gar-malee dabaluu, dadhabbii ammaachuu, Hafuura kutaa, of-wallaaluu, of-to’achuu dadhabuu, halluun hidhii nama sanaa jijjiiramuu, baay’inni fincaanii hirachuu fi halluun isaa jijjiiramuu )