Deggersa kamuu Namoonni nageenya sammuu fi sirna nageenya sammuu fi Hawwaasummaa isaanii eeguuf kennamu hunda ilaallata 


Exercising at home - Methods to cope up with stress during HBIC

Methods to cope up with stress during HBIC

Namootni kunuunsa/hordoffii sadarkaa manaatti adda baasuun kennamu irra jiran namoota jaallatan irraa adda waan ba’aniif adda ba’uu isaaniitiif akka gaddan kophummaa fi akka dagataman itti dhaga’amuu danda’a. Isaan keessaa kannee armaan gadii caalmaatti eeramuu danda’u:

Dhukkubsataan Koronaa mallattooleen kunneen irratti mul’atu deggersa fayyaa sammuu, xiin-sammuu fi Hawaasummaa isa barbaachisa. Yeroo sanatti ogeessotni Ekisteenshinii Fayyaa hojiilee armaan gadii itti fufiinsaan akka hojjetan gorfama.


Reading books - Methods to cope up with stress during HBIC-2

Methods to cope up with stress during HBIC-2