Kenniinsa Tajaajila Fayyaa Bu’uuraa itti Fufsiisuu
Infographic showing major icons for the below services - Continue providing routine service

Tajaajila karoora Matii
- Hordoffii kunuunsa dahumsa duraa
- Tajaajila Dahumsa- Buufata Fayyaatti
- Tajaajila Kunuunsa Dahumsa Boodaa
- Yaala Reef-dhaattoo fi Daa’immanii
- Talaallii
- Tajaajia Hordoffii Kunuunsaa
- Qorannoo, yaalaa fi ittisa dhibee busaa
- Shibee daddarboo beekamoo yaala/dabarsuu fi hordofuu
- Hojiilee hayignii fi qulqullinaa keellaa fayyaatti qindeessuun hojjechuu, sadarkaa dhaabbilee hawaasaa fi maatiitti cimsuu, sababa duula ittisa weerara dhibee koronaatiin osoo addan hincitiin akka kennamu hawaasatti beeksisuu