Qophiilee Dursaa
Illustration showing Health extension worker by the side of the table wearing name tag, white gown, facemask, showing the list of equipments below on a table - Preparation for House to House visit

- Gareen faana dhawiinsaa fi sakatta’iinsa gaggeessu naannoo itti sakatta’iinsa sana gaggeessu adda baasuu, daangessuu, abbaa/haadha warraa naannoo sana jiran akkasumas baay’ina dhaabbilee garaa garaa adda baasuu
- Waraqaa eenyummaa Maalummaa miseensota garee sana ibsu godhachuun, Gaawonii ogeessa fayyaa uffachuu
- Maatii fi dhaabbilee naannoo daawwannaan itti gaggeeffamu sana bu’uura godhachuun garee bobbaatii Hundeessuu fi karoora bobbii guyyaa qopheessuu
- Galteewwan hojii bobbaatiif barbaachisu Qopheessuu:
- Safartuu Ho’ina qaama
- Safartuu hanga oksiijinii (Pulse Oxymeter)
- Saanitaayizerii fi alkoolii %70
- Maaskii, Saanitaayizerii, aawonii fi Haguuggii harkaa
- Mobaayilii ragaa ittiin sassaaban (Tablet), Unka
- Ergaalee Fayyaa ijoo dhibee Koronaa
- Kitaabolee Waabii
- Galmee fi unkaalee ragaa ittiin sassaaban
- Unkaalee yeroo darbe guutaman
- Waraqaa Eenyummaa
- Laastikii balfa itti sassaaban (Biohazard Bag)