Waa’ee Mana daawwatamuu ragaa bu’uuraa sassaabuun galmeessuu
Illustration showing a HEW registering with members of the family surrounding her with children, elderly and pregnant in the mix

- Galmeessaa፡
- Guyyaa itti daawwannaa gaggeessan
- Ragaalee bu’uuraa maatii
- Lakkoobsa Manaa
- Maaqaa Abbaa/Haadha warraa
- Lakkoo bilbilaa Abbaa/Haadha warraa
- Baay’ina Maatii
- Kan waggaa 1gadii (<1)
- Kan waggaa 5 gadii (<5)
- Kan waggaa 1-5
- Waggaa 6-18
- Waggaa 19-59
- Waggaa 60 oli
- Mana keessa jiraachuu isaanii mirkaneeffadhaa
- Ulfa/Haadha reefuu deessu
- Daa’ima waggaa 1 gadii
- Mana keessa jiraachuu isaanii mirkaneeffadhaa ፡
- Mallattoo dhukkubbii qaama hafuura baafannaa
- Ho’a qaama, qufaa (utalluu), dhukkubbii qoonqoo
- Mataa bo’uu, dhukkubbii maashaalee,hafuurri cituu,hafuura baafachuun dadhabuu
- Mirkaneessaa:
- Nama dhukkubsataa ykn nama dhibee koronaatiif shakkame waliin tuxuqqii qabu jiraachuu fi dhiisuu
- Adda baasuu:
- Nama dhukkuba daddarbaa hintaane qabu fakkeenyaaf: dhiibbaa dhiigaa, dhibee sukkaaraa, Kaansarii fi KKF namni qabu mana keessa jiraachuu fi dhiisuu