Manneen Daawwataman haala armaan gadiitti kaa’ameen ramadamuun akka Ramaddii isaaniitti barumsaa fi ragaa Fayyaa barbaachisaa kennuu
PLACEHOLDER: Infographics showing household icons with the following additional icon with the house in the form of classification tree

- Mana dhukkubbiin qaama hafuura baafannaa keessatti argame
- Mana dhukkubbiin qaama hafuura baafannaa keessatti hinargamiin
- Maatii dubartiin ulfaa keessatti argamtu
- Maatii Daa’imman waggaa 1 gadii keessatti argaman
- Maatii dhibeen daddarbaa hintaane fi dhibeewwan hordoffii yeroo dheeraa qaban keessatti argamu