Sakatta’iinsa Dhaailee fi iddoo Hojii
Illustration showing a HEW going to a Kebele/woreda office/ bank/ school that has a locally made water and soap for handwashing and a temperature screening spot

- Daawwanna iddoo hojii fi Dhaabbilee
- wa’ee iddoo hojii fi Dhaabbilee daawwatamanii odeeffanoo bu’uuraa sassaabuu fi galmeessuu
- checklistii sakatta’iinsa qopheessuun saaxilamummaa fi qophaawummaa iddoo hojii/dhaabbilleen koronaa irratti gaban sakatta’uu
- Bu’aa sakatta’iinsaa irratti hundaa’uudhaan tarkaanfiilee sirreeffamaa barbaachisoo ta’an fudhachuu
- iddoo hojii/dhaabbilee hojjetootnii fi maamiltootni yeroo seenaan hoo’ina/ mallattoole adda baasuu, hordoffii fi sirni walitti daddabarsa shakkamtootaa jiraachuu isaa mirkaneeffachuu
- sirni nama shakkamtoota waliin tuttuqqii qabu adda baasuu fi hordofuu jiraachuu mirkaneeffachuu
- iddoo hojii/ dhaabbilee qooduu:
- iddoo hojii / dhaabbata dhukkubbiin qaama hafuura baafannaa keessatti argame
- iddoo hojii/ dhaabbata dhukkubbiin qaama hafuura baafannaa keessatti hinargamiin
- Akkaataa qoodiinsa kannaan barsiisuu