iddoon hojii saaxilamummaa dhibee koronaatiff sadarkaa inni irra jiru adda baasuu
Illustration/ infographic showing the three classification of risk assessment labeling for workplace

- iddoon hojii saaxilamummaa dhibee koronaatiff sadarkaa inni irra jiru adda baasuu
- Iddoo hojii/dhaabbilee saaxilamummaa ol’aanaa qaban
- iddoon hojii/ shakkamaan ‘COVID-19’ kan keessatti argame wallin walitti dhufeenya kan qabu ykn immoo meeshaalee vaayiresichaan faalamanii wajjin tuttuqqii yoo qabaate
- Iddoo hojii/ Dhaabbilee saaxilamummaa giddu-galeessa qaban
- iddoon hojii/ hojjn isaa tajaajilamtootaa fi hojjetoota kan biroo waliin irra deddeebiin kan walargan garuu shakkamaa ‘COVID-19’ adda ba’ee eekame ykn nama ‘COVID-19’ keessatti argame waliin walitti dhufeenya kallatii kan hinqabne
- Iddoo hojii/ dhaabbilee saaxilamuummaa ol’aanaa qaban
- iddoon hojii/ shakkamaan ‘COVID-19’ kan keessatti argame waliin walitti dhufeenya kan qabu ykn immoo meeshaalee vaayiresichaan faalamanii wajjin tuttuqqii qoo qabaate
- Iddoo hojii/ Dhaabbilee saaxilamumma giduu-galeessa qabaniddoo hojii/ dhaabbilee saaxilamummaa giddu-galeessa qaban
- Iddoon hojii/ hojiin isaa tajajilamtootaa fi hojjetottota kan biroo waliin irra deddebiin kan wal hinargisiifne
- iddoo hojiitti ergaawwan ijoo ittisa ‘COVID-19’f darbuu qaban dabarsaa
- Mallattoo kan agarsisse/fte ykn hojjettotni agarsissan hanga adda ba’anitti mana keessatti akka adda of- baasanii fi tuttuqqii akka hinqabaanne gorsuu