Iddoo hojii/Dhaabbilee saaxilamummaa gadi-aanaa qaban
Illustration showing a kebele office work environment with rural community inline and workers maintaining physical distance and wearing masks

- Hojjetootaa fl maamltoota haguugii afaanii fl funyaanii akka fayyadaman gorsuu
- Erga waa tuttuqaniin Harka isaani booda bishaani fl samuunaan sekondii 40-6O akka dhiiqatan ykn kemikaala farra jeermotaatiin akka qulqulleeffatan barsiisuu
- lddoon hojii sosochii qilleensaa ga'aa akka qabaatu gorsuu
- Yeroo qufaa'an ykn axxifatan ciqilee isaanii dachaafatanii akka qufaa’an itti himuu
- Fageenya qaamaa akka eeagatan barsiisuu
- Namootni dhibee koronaatiin qavaman osoo mallattoo hin argisiisin dhukkubicha alkka daddavarsuu danda'an hubachisuu
- Balfaan sirnaan akka maqfamuu qabu gorsuu
- lddoon hojii /hojiin isaa tajajilamtootaa fi hojjetootakan biroo walin irraa deddeebin kan walargan garuu shakkamaa 'COVID-19' adda ba'ee eekame ykn nama 'COVID-19' keessatti argame waliinn walitti dhufeenya kallattii kan hinqabne
- Hojjetaan ykn maamilli dhukkubsate dhibee koronaan qabamuun isaa yoo mirkanaa’e tarreeffama maqaa waahilan hojii isaa wajjin walitti dhufeenya qabanii garee kennaa deebii hatattamaa (Rapid Response team) ykn hatattamaan buufata fayyaatti beeksisuu fi walagarsissuu