Zarfeen Hojjettuu Eksitenshinii Fayyaa Ganda Qoree ti. Zarfeen haadha ijoollee lamaa yoo taatu magaala ollaa gandichaa jiru keessa jiraatti. Yeroo Weerarri COVID-19 addunyaa irratti tamsa’etti hawaasni gandichaa Zarfee irraa gorsa fudhachaa turan. Zarfeen gaaffilee hawaasa gandichaa irraa dhufan tokko tokkoo isaaniif deebii kennuu qofa osoo hin taane akka ogeessa eksiteenshii fayyaatti hojii hojjetamu hunda hojjechuuf fedhii keessatti uumeera. Sodaa dhukkubichaa waliin wal-qabatee yaa’insi namoota hordoffiif keellaa fayyaa dhufanii hir’achuun immoo hedduu ishee yaaddesseera.
Waa’ee Zarfee ilaalchisee gaaffiilee armaan gadii deebisaa